Translation of "education" into Oromo
Barnoota, barumsa, beekumsa are the top translations of "education" into Oromo.
(uncountable) The process or art of imparting knowledge, skill and judgment [..]
-
Barnoota
Namni kamiyyuu mirga barumsa argachuu ni qaba. Barumsi, yoo xinnaate sadarkaa tokkoffaa fi lammataatti, tola ni kennama. Barumsi sadarkaa tokkoffaa dirqii dha. Barumsi tekinikii fii ogummaa kan biraa sadarkaa lammaftaatti kan kenamu yoo ta'u, kunis kan kennamu akka dandeettii abbaatti ta'a. Labsii waligalaa dhaabata mirga ilmoo namaa qabxii 26 fi 27 ilali
-
barumsa
Barumsi kennamu kan namummaa namaa guddisuu fi kan eegumsa mirgootaa fi bilisummaa ilmoo namaa jabeessu ta'uu qaba. Kana malees, uummattoota addunya gidduutti waliigaltee fi michummaa kan jabbeessu, sanyii fi amantii adda-addaa gidduuti waliigaltee kan uumu, akkasumas hojiiwwan Dhaabbata Waldaa Mootummootaa fi nageenya uummataa kan jabeessu ta'uu qaba. 3)Warri ijoollee, akaakuu barumsaa kan fedhan ijoollee isaaniitiif filachuuf mirga ni qabu. [..]
-
beekumsa
1) Namni kamiyyuu jireenya aadaa biyyaa keessatti dhorkaa malee qooda fudhachuu ni danda'a; faayidaa aartii fi saayinsii irraas bashannana yookiin gammachuu argachuu ni qaba. 2) Namni kamiyyuu waan ogummaa saayinsii, aartii fi barreessuu ofii isaaf hojjeterraa bu'aan argamu hundi akka eegamuuf mirga ni qaba.Labsii waligalaa dhaabata mirga ilmoo namaa qabxii 26 fi 27 ilali
-
Show algorithmically generated translations
Automatic translations of "education" into Oromo
-
Google Translate
Translations with alternative spelling
Education, Audiovisual and Culture Executive Agency [..]
"Education" in English - Oromo dictionary
Currently, we have no translations for Education in the dictionary, maybe you can add one? Make sure to check automatic translation, translation memory or indirect translations.